Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 3:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Dachaan hundinuu haa guutamu; tulluun, gaarris hundinuu haa kuffifamu; karaan jajal'aan haa qajeelfamu, wal caalaanis wal haa qixxeeffamu.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Sululli hundi ni guutama; tulluu fi gaarri hundinuus gad deebifamu. Karaan jalʼaan ni qajeela; daandiin buʼaa baʼiinis wal qixxeeffama.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ሱሉል ሁንድ ንጉተመ፤ ቱሉፊ ጋር ሁንድኑስ ገድ ዴብፈሙ። ከራን ጀልኣን ንቀጄለ፤ ዳንዲን ቡኣ በኢንስ ወል ቅጤፈመ።

See the chapter Copy




Luqaas 3:5

Follow us:

Advertisements


Advertisements