Luqaas 3:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Kunis macaafa Isaayaas raajichaa keessatti, ?Sagaleen lafa onaa keessaa in iyya; dhaga'aa dhaggeeffadhaa, gooftichaaf karaa tolchaatii haraa, daandii inni irra adeemus qajeelchaa. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Kunis isa kitaaba dubbii Isaayyaas raajichaa keessatti akkana jedhamee barreeffamee dha: “Sagalee nama gammoojjii keessaa iyyu tokkoo: ‘Karaa Gooftaa qopheessaa; daandii isaas qajeelchaa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ኩንስ እሰ ክታበ ዱቢ እሳያስ ራጅቻ ኬሰት አከነ ጄዸሜ በሬፈሜዸ፦ “ሰገሌ ነመ ገሞጂ ኬሳ እዩ ቶኮ፦ ‘ከራ ጎፍታ ቆጴሳ፤ ዳንዲሳስ ቀጄልቻ። See the chapter |