Luqaas 3:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Yohannis biyya naannoo Yordaanos keessa adeemee, ?Cuuphamaa, yaada garaa geddarachuu keessan mul'isaa; Waaqayyos cubbuu keessan isiniif in balleessa? jedhee labse*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Innis dhiifama cubbuutiif cuuphaa qalbii jijjiirrannaa lallabaa biyya naannoo Yordaanos hunda keessa deeme. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 እንስ ዺፈመ ጩቡቲፍ ጩጳ ቀልቢ ጅጂረትና ለለባ ብየ ናኖ ዮርዳኖስ ሁንደ ኬሰ ዴሜ። See the chapter |