Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 3:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

22 Hafuurri qulqulluun bifa gugeetiin mul'atee irra bu'e; sagaleenis waaqa irraa dubbatee, ?Ati ilma koo isa jaallatamaa dha; gammachuun koos sitti in raawwatama? jedhe*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

22 Hafuurri Qulqulluun bifa gugeetiin mulʼatee isa irratti gad buʼe. Sagaleen, “Ati Ilma koo isa ani jaalladhuu dha; ani sitti nan gammada” jedhu tokkos samii irraa ni dhufe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

22 ሀፉር ቁልቁሉን ብፈ ጉጌቲን ሙልአቴ እሰረት ገድ ቡኤ። ሰገሌን፣ “አት እልመኮ እሰ አን ጃለዹዸ፤ አን ስት ነንገመደ” ጄዹ ቶኮስ ሰሚራ ንዹፌ።

See the chapter Copy




Luqaas 3:22

Follow us:

Advertisements


Advertisements