Luqaas 3:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Yohannis Herodisiin abbaa biyyaa iyyuu balleessaa isaa itti mul'isee ifate; kunis Herodiyaas kan jedhamtu niitii obboleessa isaa Filiphos fuudhuu isaatiif, jal'ina inni raawwate hundumaatiifis ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Heroodis bulchaan garuu yommuu sababii inni niitii obboleessa isaa Heroodiyaas fuudhee fi sababii hammina inni hojjetee ture kaan hundaatiif Yohannis isa ifate, See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ሄሮድስ ቡልቻን ገሩ ዮሙ ሰበቢ እን ኒቲ ኦቦሌሰሳ ሄሮድያዳ ፉዼፊ ሰበቢ ሀምነ እን ሆጄቴ ቱሬ ካን ሁንዳቲፍ ዮሀንስ እሰ እፈቴ፣ See the chapter |