Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 3:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 Oobdii isaa keessatti midhaan kan ittiin qulleessu hafarsaa of harkaa qaba; midhaan isa qulleeffames gombisaa isaatti in sassaaba; habaqii isaa garuu ibidda hin dhaamneen in guba? jedhee barsiise.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 Innis oobdii isaa qulqulleessee gombisaa isaatti qamadii galfachuudhaaf afarsaan isaa harka isaa jira; habaqii garuu ibidda hin dhaamneen guba.”

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 እንስ ኦብዲሳ ቁልቁሌሴ ጎምብሳሳት ቀመዲ ገልፈቹዻፍ አፈርሳንሳ ሀርከሳ ጅረ፤ ሀበቂ ገሩ እብደ ህንዻምኔን ጉበ።”

See the chapter Copy




Luqaas 3:17

Follow us:

Advertisements


Advertisements