Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 3:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Jarreen waa eeggachaa waan turaniif, Yohannis kun Kristos ta'inna laataa? jedhanii hundumti isaanii garaa isaaniitti gaafatan.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Namoonni sun hawwiidhaan eegaa turan; hundi isaaniis, “Yohannis kun inni Kiristoos taʼinnaa laata?” jedhanii garaa isaaniitti yaadaa turan.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 ነሞትን ሱን ሀዊዻን ኤጋ ቱረን፤ ሁንድሳኒስ፣ “ዮሀንስ ኩን እን ክርስቶስ ተእና ላተ?” ጄዸኒ ገራሳኒት ያዳ ቱረን።

See the chapter Copy




Luqaas 3:15

Follow us:

Advertisements


Advertisements