Luqaas 24:47 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo47 yaada garaa geddarachuunii fi dhiifamuun cubbuu maqaa isaatiin Yerusaalemii jalqabee saba lafa irraa hundumaatti akka lallabamuuf jiru, caafameera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa47 maqaa isaatiinis qalbii jijjiirrachuunii fi dhiifamni cubbuu Yerusaalemii jalqabee saba hundatti ni lallabama.’ See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ47 መቃሳቲንስ ቀልቢ ጅጂረቹኒፊ ዺፈምን ጩቡ ዬሩሳሌሚ ጀልቀቤ ሰበ ሁንደት ንለለበመ።’ See the chapter |