Luqaas 24:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Waa'ee kanaa waan jedhan wallaalanii utuu jiranii, kunoo dingata namoonni lama wayyaa caccalaqqisaa uffatanii isaan bukkee dhaabatan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Utuma isaan waaʼee kanaa dinqisiifachaa jiranuu, namoonni uffata caccalaqqisaa uffatan lama isaan bira dhadhaabatan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ኡቱመ እሳን ዋኤ ከና ድንቅሲፈቻ ጅረኑ፣ ነሞትን ኡፈተ ጨጨለቅሳ ኡፈተን ለመ እሳን ብረ ዸዻበተን። See the chapter |