Luqaas 24:34 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo34 Warri walitti qabaman sun, ?Gooftichi dhuguma du'aa ka'eera, Simoonittis mul'ateera? in jedhu turan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa34 Warri walitti qabaman sunis, “Dhugumaan Gooftaan duʼaa kaʼeera; Simoonittis mulʼateera” jechaa turan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ34 ወር ወልት ቀበመን ሱንስ፣ “ዹጉማን ጎፍታን ዱኣ ከኤረ፤ ስሞንትስ ሙልአቴረ” ጄቻ ቱረን። See the chapter |