Luqaas 24:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Isaan garuu, ?Nu bira turi, galgalaa'ee aduunis gad sokkiteetti? jedhanii jabeessanii isa kadhatan; kanaaf isaan bira turuudhaaf duukaa ol gale. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Isaan garuu, “Sababii galgalaaʼuu gaʼee fi dukkanaaʼaa jiruuf, nu bira buli” jedhanii jabeessanii isa kadhatan. Innis isaan bira buluuf gore. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 እሳን ገሩ፣ “ሰበቢ ለፍት ገልገላኡ ገኤፊ ዱከናኣ ጅሩፍ፣ ኑ ብረ ቡል” ጄዸኒ ጀቤሰኒ እሰ ከዸተን። እንስ እሳን ብረ ቡሉፍ ጎሬ። See the chapter |