Luqaas 24:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Innis macaafa Musee fi macaafota raajotaa hundumaa keessatti iddoo itti waa'ee isaatiif dubbatu hundumaa isaaniif hiike*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Innis Musee fi raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan Qulqulluu hunda keessatti waaʼee isaa dubbatame isaaniif ibse. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 እንስ ሙሴፊ ራጆተ ሁንደራ ጀልቀቤ ዋን ከተቢወን ቁልቁሉ ሁንደ ኬሰት ዋኤሳ ዱበተሜ እሳኒፍ እብሴ። See the chapter |