Luqaas 24:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 ?Warra nuu wajjin turan keessaas kaan gara awwaalichaa dhaqanii, akkuma dubartoonni sun jedhan ta'uu isaa baran, isa garuu hin argine? jedhanii itti himan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Warra nu wajjin turan keessaas namoonni tokko tokko gara awwaalaa dhaqanii akka wanni sun akkuma dubartoonni nutti odeessan sana taʼe argan; isa garuu hin argine.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ወረ ኑ ወጅን ቱረን ኬሳስ ነሞትን ቶኮ ቶኮ ገረ አዋላ ዸቀኒ አከ ወን ሱን አኩመ ዱበርቶትን ኑት ኦዴሰን ሰነ ተኤ አርገን፤ እሰ ገሩ ህንአርግኔ።” See the chapter |