Luqaas 24:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Isaan achii deebi'anii reeffa isaa awwaalicha keessaa akka dhaban, garuu ergamoonni Waaqayyoo itti mul'atanii, ?Yesus jiraataa dha? akka ittiin jedhan nutti himan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 reeffa isaa achii dhaban. Dubartoonni sunis deebiʼanii akka ergamoonni isaanitti mulʼatanii, Yesuus jiraataa taʼuu isaa isaanitti himan nutti odeessan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ሬፈሳ አቺ ዸበን። ዱበርቶትን ሱንስ ዴብአኒ አከ ኤርገሞትን እሳንት ሙልአተኒ፣ ዬሱስ ጅራታ ተኡሳ እሳንት ህመን ኑት ኦዴሰን። See the chapter |