Luqaas 24:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Kana malees, warra gara keenyaa keessaa dubartoonni ganama obboroo iddoo awwaalichaa dhaqan tokko, akka abjuu nu godhan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Akkasumas dubartoota keenya keessaa tokko tokko nu dinqisiisaniiru; isaanis barii barraaqaan gara awwaala sanaa dhaqanii, See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 አከሱመስ ዱበርቶተኬኘ ኬሳ ቶኮ ቶኮ ኑ ድንቅሲሰኒሩ፤ እሳንስ በሪ በራቃን ገረ አዋለ ሰና ዸቀኒ፣ See the chapter |