Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 24:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

20 akka luboonni warri angafoonni, warri biyya seerratanis duuni itti haa faradamuuf dabarsanii isa kennan, akka isa fannisanis.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

20 Luboonni hangafoonnii fi bulchitoonni keenya akka duuti itti muramuuf dabarsanii isa kennan; isa fannisanis.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

20 ሉቦትን ሀንገፎትኒፊ ቡልችቶትንኬኘ አከ ዱት እት ሙረሙፍ ደበርሰኒ እሰ ኬነን፤ እሰ ፈንሰንስ።

See the chapter Copy




Luqaas 24:20

Follow us:

Advertisements


Advertisements