Luqaas 24:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Isaan keessaa inni Qileyophaa jedhamu tokko deebisee, ?Warra Yerusaalem jiraatan keessaa waan gidduu kana mandaricha keessatti ta'e kan hin beekne, si'uma duwwaa dhaa?? jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Isaan keessaa namichi Qileyoophaa jedhamu tokko immoo deebisee, “Waan gidduu kana achitti taʼe kan hin beekne ati Yerusaalemiif keessummaadhaa?” jedheen. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 እሳን ኬሳ ነምች ቀለዮጳ ጄዸሙ ቶኮሞ ዴብሴ፣ “ዋን ግዱ ከነ አችት ተኤ ከን ህንቤክኔ አት ዬሩሳሌሚፍ ኬሱማዻ?” ጄዼን። See the chapter |