Luqaas 24:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Warri kana walii wajjin ergamootatti odeessan immoo, Maariyaam ishee Magdalaa, Yo'anaa, Maariyaam haadha Yaaqoobii fi dubartoota kan biraas turan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Warri waan kana ergamootatti himanis Maariyaam ishee Magdalaa, Yohaanaa, Maariyaam haadha Yaaqoobii fi dubartoota biraa warra isaan wajjin turanii dha. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ወር ዋን ከነ ኤርገሞተት ህመንስ ማርያም እሼ መግደላ፣ ዮሃና፣ ማርያም ሃዸ ያቆቢፊ ዱበርቶተ ብራ ወረ እሳን ወጅን ቱረኒዸ። See the chapter |