Luqaas 2:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Kaadhima isaa Maariyaamii wajjin caafamuudhaaf dhaqe; isheen immoo ulfa turte*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Innis kaadhima isaa Maariyaam ishee ulfa turte sana wajjin galmeeffamuu dhaqe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እንስ ካዽመሳ ማርያም እሼ ኡልፈ ቱርቴ ሰነ ወጅን ገልሜፈሙ ዸቄ። See the chapter |