Luqaas 2:48 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo48 Abbaan isaa fi haati isaa achitti yommuu isa argan in rifatan; haati isaa yommus, ?Yaa ilma ko, maaliif akkana nu goote? Kunoo abbaan kee anis baay'ee yaaddofne si barbaadaa turre? jetteen. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa48 Abbaa fi haati isaas yommuu isa arganitti ni raajeffatan. Haati isaas, “Gurbaa, maaliif akkana nu goote? Kunoo, anii fi abbaan kee yaaddoo guddaadhaan si barbaadaa turree!” jetteen. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ48 አባፊ ሃትሳስ ዮሙ እሰ አርገንት ንራጄፈተን። ሃትሳስ፣ “ጉርባ፣ ማሊፍ አከነ ኑ ጎቴ? ኩኖ፣ አኒፊ አባንኬ ያዶ ጉዳዻን ስበርባዳ ቱሬ!” ጄቴን። See the chapter |