Luqaas 2:46 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo46 Guyyaa sadii booddee immoo mucicha mana qulqullummaa keessa, barsiisota gidduu taa'ee isaan utuu dhaggeeffatuu gaaffiis utuu isaan gaafatuu, argatan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa46 Guyyaa sadii booddee utuu inni barsiistota gidduu taaʼee isaan dhaggeeffatuu, gaaffiis isaan gaafatuu mana qulqullummaa keessatti isa argatan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ46 ጉያ ሰዲ ቦዴ ኡቱ እን በርሲስቶተ ግዱ ታኤ እሳን ዸጌፈቱ፣ ጋፊስ እሳን ጋፈቱ መነ ቁልቁሉማ ኬሰት እሰ አርገተን። See the chapter |