Luqaas 2:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Yoseef sanyii mooticha Daawit keessaa waan tureef, Galiilaadhaa mandara Naazireetii ba'ee, Yihudaa keessaa Betlihem mandara Daawit ga'e*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Yoosefis manaa fi sanyii Daawit keessaa waan dhalateef magaalaa Naazreeti ishee Galiilaa keessaatii kaʼee gara magaalaa Daawit ishee Yihuudaa keessaa kan Beetlihem jedhamtuutti ol baʼe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዮሴፍስ መናፊ ሰኚ ዳዊት ኬሳ ዋን ዸለቴፍ መጋላ ናዝሬት እሼ ገሊላ ኬሳቲ ከኤ ገረ መጋላ ዳዊት እሼ ይሁዳ ኬሳ ከን ቤትልሄም ጄዸምቱት ኦል በኤ። See the chapter |