Luqaas 2:38 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo38 Yeroo kanatti dhi'aatee, Waaqayyoon galateeffachaa warra furii Yerusaalem eeggatan hundumaatti waa'ee mucichaa dubbatte. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa38 Yeruma sanas isaanitti dhiʼaattee Waaqaaf galata galchite; warra furama Yerusaalem eeggachaa turan hundattis waaʼee daaʼima sanaa odeessite. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ38 ዬሩመ ሰነስ እሳንት ዽኣቴ ዋቃፍ ገለተ ገልችቴ፤ ወረ ፉረመ ዬሩሳሌም ኤገቻ ቱረን ሁንደትስ ዋኤ ዳእመ ሰና ኦዴስቴ። See the chapter |