Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 2:37 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

37 Abbaan manaa ishee irraa duunaan, hamma yeroo barri ishee waggaa saddeettamii afur guute sanatti haadha hiyyeessaa taatee jiraatte; yeroo yerootti soomaa, halkanii fi guyyaa kadhachaa, mana qulqullummaa keessaa utuu hin dhabamin Waaqayyoof sagadaa in hojjetti turte*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

37 isheenis hamma umuriin ishee waggaa 84 guuteetti haadha hiyyeessaa taatee jiraatte. Utuu mana qulqullummaatii hin dhabaminis soomaa fi kadhannaadhaan halkanii guyyaa waaqeffachaa turte.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

37 እሼንስ ሀመ ኡሙሪንሼ ወጋ 84 ጉቴት ሃዸ ህዬሳ ታቴ ጅራቴ። ኡቱ መነ ቁልቁሉማቲ ህንዸበምንስ ሶማፊ ከዸትናዻን ሀልከኒ ጉያ ዋቄፈቻ ቱርቴ።

See the chapter Copy




Luqaas 2:37

Follow us:

Advertisements


Advertisements