Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 2:36 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

36 Raajittiin Haannaa jedhamtu tokko, intala Faanu'el, gosa Aseer keessaa turte; isheen lafa guurteetti; durbummaa ishee booddee waggaa torba duwwaa abbaa manaa ishee wajjin jiraatte.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

36 Gosa Aasheer keessaas raajittii Haannaa jedhamtu tokkotu ture. Isheenis intala Faanuʼel turte; baayʼees jaartee turte; dhirsa ishee kan durbummaadhaan itti heerumte wajjin waggaa torba jiraatte;

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

36 ጎሰ አሴር ኬሳስ ራጅቲ ሃና ጄዸምቱ ቶኮቱ ቱሬ። እሼንስ እንተለ ፋኑኤል ቱርቴ፤ ባይኤስ ጃርቴ ቱርቴ፤ ዽርሰሼ ከን ዱርቡማዻን እት ሄሩምቴ ወጅን ወጋ ቶርበ ጅራቴ፤

See the chapter Copy




Luqaas 2:36

Follow us:

Advertisements


Advertisements