Luqaas 2:35 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo35 Yaadni inni dhokataan garaa namoota baay'ee keessaa bakkeetti ba'ee akka mul'atuuf; si immoo gaddi akka billaa qaramaa onnee kee si waraana? jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa35 kunis akka yaadni garaa namoota baayʼee ifatti baʼuuf. Goraadeen lubbuu kee ni waraana.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ35 ኩንስ አከ ያድን ገራ ነሞተ ባይኤ እፈት በኡፍ። ጎራዴን ሉቡኬ ንወራነ።” See the chapter |