Luqaas 2:34 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo34 Simi'oon yommus isaan eebbisee, Maariyaam haadha mucichaatiin immoo, ?Kunoo, mucaan kun dhaabatee jira. Saba Israa'el keessaa baay'een isatti gufatanii in kufu, baay'een immoo isaan in ka'u; akkasumas namoonni baay'een milikkita dhaabatee jiru kanaan mormanii, irratti in dubbatu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa34 Simiʼoonis isaan eebbise; haadha daaʼima sanaa Maariyaamiinis akkana jedhe; “Daaʼimni kun Israaʼel keessatti kufaatiidhaa fi kaʼumsa namoota baayʼeetiif sababii, mormii isa irratti dubbatamuufis mallattoo akka taʼu murteeffameera; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ34 ስምኦንስ እሳን ኤብሴ፤ ሃዸ ዳእመ ሰና ማርያሚንስ አከነ ጄዼ፤ “ዳእምን ኩን እስራኤል ኬሰት ኩፋቲዻፊ ከኡምሰ ነሞተ ባይኤቲፍ ሰበቢ፣ ሞርሚ እሰረት ዱበተሙፍስ መለቶ አከ ተኡ ሙርቴፈሜረ፤ See the chapter |