Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 2:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

27 Amma immoo hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee mana qulqullummaatti ol gale; Maariyaamii fi Yoseef akka seeraatti isaaf raawwachuudhaaf mucicha Yesusin mana qulqullummaatti ol galchan.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

27 Innis Hafuuraan qajeelfamee mana qulqullummaa seene. Abbaa fi haati Yesuus yommuu akka duudhaa seerichaatti waan barbaachisu isaaf guutuuf jedhanii Yesuus mucicha baadhatanii ol seenanitti,

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

27 እንስ ሀፉራን ቀጄልፈሜ መነ ቁልቁሉማ ሴኔ። አባፊ ሃት ዬሱስ ዮሙ አከ ዱዻ ሴርቻት ዋን በርባችሱ እሳፍ ጉቱፍ ጄዸኒ ዬሱስ ሙጭቸ ባዸተኒ ኦል ሴነንት፣

See the chapter Copy




Luqaas 2:27

Follow us:

Advertisements


Advertisements