Luqaas 2:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Kanaan duras fayyisaa gooftichaa isa abdachiifame utuu hin argin akka hin duune hafuura qulqulluudhaan isatti mul'ifamee ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Hafuurri Qulqulluunis akka inni utuu Kiristoos Goofticha hin argin hin duune isatti mulʼisee ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ሀፉር ቁልቁሉንስ አከ እን ኡቱ ክርስቶስ ጎፍትቸ ህንአርግን ህንዱኔ እሰት ሙልእሴ ቱሬ። See the chapter |