Luqaas 2:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Bara sanatti namni maqaan isaa Simi'oon jedhamu tokko Yerusaalem ture; namni kun abboommii Waaqayyoo kan eege, Waaqayyoon sodaachaa kan jiraate, fayyina isa Israa'eliif dhufu kan eeggatu ture; hafuurri qulqulluunis isa irra boqotee ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Kunoo, namichi qajeelaan Waaqa sodaatu kan maqaan isaa Simiʼoon jedhamu tokko Yerusaalem keessa ture. Innis jajjabeeffama Israaʼel eeggachaa ture; Hafuurri Qulqulluunis isa irra ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 ኩኖ፣ ነምች ቀጄላን ዋቀ ሶዳቱ ከን መቃንሳ ስሞን ጄዸሙ ቶኮ ዬሩሳሌም ኬሰ ቱሬ። እንስ ጀጀቤፈመ እስራኤል ኤገቻ ቱሬ፤ ሀፉር ቁልቁሉንስ እሰረ ቱሬ። See the chapter |