Luqaas 2:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Seera gooftichaa keessatti, ?Dhiirri angafni karra saaqu hundinuu Waaqayyoof qulqullaa'ee addaan kan ba'ee dha? kan jedhu caafamee jira. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Akkuma Seera Gooftaa keessatti barreeffametti, “Dhiirri hangafni hundinuu gooftaaf ni qulqulleeffama.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 አኩመ ሴረ ጎፍታ ኬሰት በሬፈሜት፣ “ዺር ሀንገፍን ሁንድኑ ጎፍታፍ ንቁልቁሌፈመ።” See the chapter |