Luqaas 2:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Akka seera Museen abboometti yeroon qullaa'ummaa isaanii geenyaan, Waaqayyo gooftaa duratti isa dhi'eessuudhaaf, mucicha gara Yerusaalemitti fidan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Akka Seera Museetti yeroon qulqullaaʼummaa isaanii geenyaan Yoosefii fi Maariyaam daaʼima sana Gooftaa duratti dhiʼeessuuf jedhanii isa fudhatanii Yerusaalemitti ol baʼan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 አከ ሴረ ሙሴት ዬሮን ቁልቁላኡማሳኒ ጌኛን ዮሴፊፊ ማርያም ዳእመ ሰነ ጎፍታ ዱረት ዽኤሱፍ ጄዸኒ እሰ ፉዸተኒ ዬሩሳሌምት ኦል በአን። See the chapter |