Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 2:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

20 Tiksoonni sun, isa ergamoonni Waaqayyoo itti himan hundumaa dhaga'anii, akkuma itti dubbatametti ija isaaniitiin waan arganiif, Waaqayyoof hooqubaa dhi'eessaa galateeffachaas gara iddoo isaaniitti deebi'an.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

20 Tiksoonnis sababii waan dhagaʼanii fi arganiitiif Waaqaaf ulfina kennaa, isa jajachaas deebiʼan; wanni hundinuu akkuma isaanitti himame sana tureetii.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

20 ትክሶትንስ ሰበቢ ዋን ዸገአኒፊ አርገኒቲፍ ዋቃፍ ኡልፍነ ኬና፣ እሰ ጀጀቻስ ዴብአን፤ ወን ሁንድኑ አኩመ እሳንት ህመሜ ሰነ ቱሬቲ።

See the chapter Copy




Luqaas 2:20

Follow us:

Advertisements


Advertisements