Luqaas 2:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Caafamuun namaa kun isa jalqabaa ture; innis bara Qereenewos Soriyaatti abbaa biyyaa turetti ta'e*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Lakkoobsi sabaa kunis bara Qereenewoos bulchaa biyya Sooriyaa turetti yeroo jalqabaatiif taasifame. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ለኮብስ ሰባ ኩንስ በረ ቄሬኔዎስ ቡልቻ ብየ ሶርያ ቱሬት ዬሮ ጀልቀባቲፍ ታስፈሜ። See the chapter |