Luqaas 2:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Tiksoonni sun mucicha yommuu argan, waan ergamoonni Waaqayyoo waa'ee isaaf isaanitti himan hundumaa mul'isan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Yommuu isa arganitti waan waaʼee mucichaa isaanitti himame sana odeessan; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ዮሙ እሰ አርገንት ዋን ዋኤ ሙጭቻ እሳንት ህመሜ ሰነ ኦዴሰን፤ See the chapter |