Luqaas 2:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Ariifachaa yommuu dhaqan Maariyaamii fi Yoseefin, mucichas, siree horiin keessaa nyaatu irra ciisee argatan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Isaanis dafanii dhaqanii Maariyaamii fi Yoosefin, daaʼima bidiruu keessa ciisus argan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 እሳንስ ደፈኒ ዸቀኒ ማርያሚፊ ዮሴፍን፣ ዳእመ ብድሩ ኬሰ ጪሱስ አርገን። See the chapter |