Luqaas 2:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Milikkinni isaa immoo kana, mucaa wayyaan itti maramee siree horiin keessaa nyaatu irra ciisu in argitu? isaaniin jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Kunis mallattoo isiniif taʼa: Daaʼima huccuudhaan maramee bidiruu keessa ciisu tokko ni argitu.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ኩንስ መለቶ እስኒ ተአ፦ ዳእመ ሁጩዻን መረሜ ብድሩ ኬሰ ጪሱ ቶኮ ንአርግቱ።” See the chapter |