Luqaas 1:76 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo76 Ati immoo yaa mucaa nana, raajii aabbaa in jedhamta; karaa isaa qopheessuudhaaf fuula gooftaa dura in adeemta*; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa76 “Yaa mucaa ko, ati raajii Waaqa Waan Hundaa Olii ni jedhamta; ati karaa isaa qopheessuuf fuula Gooftaa dura ni deemtaatii; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ76 “ያ ሙጫኮ፣ አት ራጂ ዋቀ ዋን ሁንዱማ ኦሊ ንጄዸምተ፤ አት ከራሳ ቆጴሱፍ ፉለ ጎፍታ ዱረ ንዴምታቲ፤ See the chapter |