Luqaas 1:66 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo66 Warri kana dhaga'an hundinuu immoo dubbicha garaatti qabatanii, ?Mucaan kun maal ta'inna laata? Dhugumaan harki Waaqayyoo hamma ammaatti isaa wajjin ture? jechaa turan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa66 Warri kana dhagaʼan hundinuus, “Yoos daaʼimni kun nama akkamii taʼinna laata?” jedhanii garaa isaaniitti dinqifatan. Harki Gooftaa isa wajjin tureetii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ66 ወር ከነ ዸገአን ሁንድኑስ፣ “ዮስ ዳእምን ኩን ነመ አከሚ ተእነ ላተ?” ጄዸኒ ገራሳኒት ድንቅፈተን። ሀርክ ጎፍታ እሰ ወጅን ቱሬቲ። See the chapter |