Luqaas 1:58 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo58 Olloonni isheetii fi firoonni ishee araara guddaa gooftaan isheedhaaf buuse yommuu dhaga'an, ishee wajjin gammadan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa58 Olloonni isheetii fi firoonni ishee akka Gooftaan araara guddaa isheef godhe dhagaʼanii ishee wajjin gammadan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ58 ኦሎትንሼቲፊ ፍሮትንሼ አከ ጎፍታን አራረ ጉዳ እሼፍ ጎዼ ዸገአኒ እሼ ወጅን ገመደን። See the chapter |