Luqaas 1:44 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo44 Akkuma sagaleen nagaa kee gurra koo keessa bu'een, mucichi gammachuudhaan garaa koo keessa burraaqe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa44 Kunoo, akkuma sagaleen nagaa keetii gurra koo seeneen ulfi gadameessa koo keessa jiru gammachuun utaaleera. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ44 ኩኖ፣ አኩመ ሰገሌን ነጋኬቲ ጉረኮ ሴኔን ኡልፍ ገደሜሰኮ ኬሰ ጅሩ ገመቹዻን ኡታሌረ። See the chapter |