Luqaas 1:35 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo35 Ergamichi immoo, ?Hafuurri qulqulluun si irra in bu'a, humni aabbaas si golbooba, kanaafis mucichi si irraa dhalatu kun qulqulluudhaa fi ilma Waaqayyoo jedhamee in waamama*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa35 Ergamaan sunis akkana jedhee deebiseef; “Hafuurri Qulqulluun sirra buʼa; humni Waaqa Waan Hundaa Oliis si golbooba. Kanaaf inni qulqulluun dhalatu sun Ilma Waaqaa ni jedhama. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ35 ኤርገማን ሱንስ አከነ ጄዼ ዴብሴፍ፤ “ሀፉር ቁልቁሉን ስረ ቡአ፤ ሁምን ዋቀ ዋን ሁንዳ ኦሊስ ስጎልቦበ። ከናፍ እን ቁልቁሉን ዸለቱ ሱን እልመ ዋቃ ንጄዸመ። See the chapter |