Luqaas 1:28 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo28 Ergamichi isheetti mul'atee, ?Waaqayyo gooftaan sii wajjin jira'o, nagaan siif haa ta'u, yaa ayyaana-qabeettii!? ittiin jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa28 Ergamaan Waaqaa sunis gara ishee dhaqee, “Yaa ishee surraa argatte; nagaan siif haa taʼu! Gooftaan si wajjin jira” jedhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ28 ኤርገማን ዋቃ ሱንስ ገረሼ ዸቄ፣ “ያ እሼ ሱራ አርገቴ፤ ነጋን ሲፍ ሃተኡ! ጎፍታን ስ ወጅን ጅረ” ጄዼ። See the chapter |