Luqaas 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Kanas immoo qopheessuun isaanii akka warri jalqabaa jalqabanii duukaa turan, ija isaaniitiin kan argan, dubbichaafis kan hojjetan nutti dabarsanitti*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 kunis akka warri jalqabaa kaasanii ijaan arganii fi tajaajiltoota dubbichaa turan sun nutti dabarsanii kennanitti. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ኩንስ አከ ወር ጀልቀባ ካሰኒ እጃን አርገኒፊ ተጃጅልቶተ ዱብቻ ቱረን ሱን ኑት ደበርሰኒ ኬነንት። See the chapter |