Luqaas 1:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Inni guddaa in ta'a, daadhii waynii yookiis dhugaatii macheessu hundumaa matumaa hin dhugu, garaa haadha isaatii jalqabees hafuura qulqulluudhaan in guutama*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 inni fuula Gooftaa duratti guddaa taʼaatii. Daadhii wayinii yookaan dhugaatii nama macheessu gonkumaa dhuguu hin qabu; utuma garaa haadha isaa keessa jiruus Hafuura Qulqulluudhaan ni guutama. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 እን ፉለ ጎፍታ ዱረት ጉዳ ተኣቲ። ዳዺ ወይኒ ዮካን ዹጋቲ ነመ መቼሱ ዹጉ ጎንኩማ ህንቀቡ፤ ኡቱመ ገራ ሃዸሳ ኬሰ ጅሩስ ሀፉረ ቁልቁሉዻን ንጉተመ። See the chapter |