Lallaba 2:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Warra ana dura Yerusaalem keessa jiraatan caalaas guddadheera, ogummaan koos anuma biratti hafe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Kanaafuu ani akka malee guddadhee nama anaan dura Yerusaalem keessa ture kam iyyuu caale. Waan kana hunda keessatti ogummaan koo anuma wajjin ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ከናፉ አን አከ መሌ ጉደዼ ነመ አናን ዱረ ዬሩሳሌም ኬሰ ቱሬ ከምዩ ጫሌ። ዋን ከነ ሁንደ ኬሰት ኦጉማንኮ አኑመ ወጅን ቱሬ። See the chapter |