Lallaba 2:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Meetii, warqee, badhaadhummaa mootonnii fi warri kutaa biyya garaa garaa bulchan qabaatanis walitti qabadheera; faarfatoota dhiiraa fi dubartii akkasumas saajjatoota ilmaan namootaa itti gammadan baay'een qaba*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa8 Ani meetii fi warqee, qabeenya moototaatii fi kutaawwan biyyaa walitti nan qabadhe. Ani faarfattoota dhiiraa fi dubartii akkasumas saajjatoowwan nama gammachiisan hedduu qaban ture. See the chapterαα³α ααααα£ αα« α αα« αα«8 α α αα²α αααα£ αα€α ααΆα³α²α α©α³αα α₯α« ααα΅ αααα αΌα’ α α ααααΆα° αΊα«α α±α αα² α α¨α±αα΅ α³ααΆαα αα αααΊα°α αα± αα α α±α¬α’ See the chapter |