Lallaba 2:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Mukkeetiin caakkicha keessaa akka ittiin obaafamaniifis kuufama bishaanii achitti nan tolche. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Bosona mukkeen guddachaa jiranii ittiin obaafachuufis kuusaa bishaanii nan qopheeffadhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ቦሶነ ሙኬን ጉደቻ ጅረኒ እቲን ኦባፈቹፍስ ኩሳ ብሻኒ ነንቆጴፈዼ። See the chapter |