Lallaba 2:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 daadhii wayniitiinis namummaa koo gammachiisuu nan yaade, yaadni garaa koo garuu amma iyyuu ogummaadhaan na geggeessaa jira; ani gowwaa fakkaadhee ilmaan namootaa bara muraasa itti biyya lafa irra jiraatan kanatti wanta gaarii gochuun isaaniif ta'u arguu barbaadeen ture*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Anis utuma qalbiin koo ogummaadhaan na qajeelchaa jiruu gowwummaa qabadhee daadhii wayiniitiin of gammachiisu nan yaale. Waan namoonni bara jireenya isaanii muraasa keessatti samii gaditti hojjetan arguu nan fedhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 አንስ ኡቱመ ቀልቢንኮ ኦጉማዻን ነ ቀጄልቻ ጅሩ ጎዉማ ቀበዼ ዳዺ ወይኒቲን ኦፍ ገመቺሱ ነንያሌ። ነሞትን በረ ጅሬኘሳኒ ሙራሰ ኬሰት ሰሚ ገድት ዋን ጋሪ ጎቹን እሳኒፍ ተኡ አርጉ ነንፌዼ። See the chapter |