Online Bible

- Advertisements -




Lallaba 2:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

26 Waaqayyo nama isa duratti gaarii ta'eef ogummaa, beekumsa, gammachuus in kenna; isa namni cubbamaan walitti qabee tuule garuu, Waaqayyo nama isa duratti gaarii ta'eef akka inni kennu in godha; kunis immoo wanta waa'ee hin baafnee dha, akka nama qilleensa ari'uu tis*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa

26 Waaqni nama isa gammachiisuuf ogummaa, beekumsaa fi gammachuu kenna; nama cubbamaa garuu akka inni namicha Waaqa gammachiisuuf kennuuf jedhee hojii qabeenya walitti qabuutii fi kuusuu hojjetu godha. Kunis bubbee ariΚΌuu dha; faayidaas hin qabu.

See the chapter Copy

αŠ­α‰³α‰  α‰αˆα‰αˆ‰α£ αˆ‚αŠ« αŠ αˆ˜α‹« αˆƒαˆ«

26 α‹‹α‰…αŠ• ነመ αŠ₯ሰ αŒˆαˆ˜α‰Ίαˆ±α αŠ¦αŒ‰αˆ›α£ α‰€αŠ©αˆαˆ³αŠ αŒˆαˆ˜α‰Ή ኬነፀ ነመ αŒ©α‰ αˆ› ገሩ አከ αŠ₯αŠ• αŠαˆα‰Έ ዋቀ αŒˆαˆ˜α‰Ίαˆ±α αŠ¬αŠ‘α αŒ„α‹Ό αˆ†αŒ‚ α‰€α‰€αŠ˜ α‹ˆαˆα‰΅ α‰€α‰‘α‰²αŠ ኩሱ αˆ†αŒ„α‰± αŒŽα‹Έα’ αŠ©αŠ•αˆ΅ ቑቀ αŠ αˆ­αŠ‘α‹Έα€ α‹α‹­α‹³αˆ΅ αˆ…αŠ•α‰€α‰‘α’

See the chapter Copy




Lallaba 2:26

Follow us:

Advertisements


Advertisements